Waldaa Saayinsii Oromo(OSA) fi Kanneen Biroo Waliin Wal Baraa.
Waldaan Saayinsii Oromoo(WSO)
Qorannoo fi teeknooloojii Afaan Oromoo waliin walqabatu tarkaanfachiisuu irratti xiyyeeffata. Sirna barreeffama jiru dijitaalessu(programming),odeeffannoo walii hiruuf(kompitara,Baayooteknooloojii fi Jeneetikii Injinariingii,
Artificial sammuu namtocheef ootomeeshini,intarneetii fi teknoolojiwwan quunnamti diijitaala),xiinxala qaccessu(analyse) fi adeemsa afaan uumamaa(NLP,Algorithms Dhugaa Sakatta’uu,Xiinxala Suuraa fi Viidiyoo,. Xiinxala Amala Fayyadamtootaa,Moodeelota Barnoota Maashinii,Hubannoo Haala Waliigalaa)fayyadamuun oduu sobaa adda baasuu(AI identity projection) dabalatee pirojektoota adda addaa ni jajjabeessa. Waldaan kun kaayyeffate itti fayyadama teeknooloojii adeemsa afaanii keessatti guddisuu, dubbattoonni Afaan Oromoo qabeenya dijitaalaa haala bu’a qabeessa ta’een fayyadamuu akka danda’an mirkaneessuudha.
Kaayyoowwan Ijoo Waldaa Saayinsii Oromoo
Guddina Qorannoo: Waldichi jalqabbii qorannoo Afaan Oromoo fi hojiirra oolmaa isaa teknooloojii irratti xiyyeeffate ni jajjabeessa.
Misooma Teeknooloojii: Meeshaalee fi sirnoota odeeffannoo Afaan Oromoo haala gaariin argachuuf haala mijeessan, kanneen akka sirna gabaabduu fi ramaddii barreeffamaa qopheessuu ni deeggara.
Walta’iinsa: Waldichi dhaabbilee barnootaa fi qorattoota waliin ta’uun kalaqa guddisuu fi beekumsa damee adeemsa afaanii irratti qooddata.
Pirojektootaa fi Inishiyeetiiwwan Yeroo Ammaa
Afaan Oromo Sirna Barreeffama Deebisuu: Pirojektiin kun sirna gabaabduu sanada kan gaaffii irratti hundaa’ee fi tooftaalee adeemsa afaan uumamaa fayyadamuun namoota Afaan Oromoo dubbataniif odeeffannoo argachuu fooyyessuu danda’u qopheessuuf kan akeekedha.
Odeeffannoo Qaxxaamuraa (CLIR): Waldaan kun sirnoota fayyadamtoonni gaaffii Afaan Oromootiin baasuu fi sanadoota Afaan Ingiliffaatiin akka deebisan taasisu, kanaanis qaawwa afaanii cufuu fi qaqqabummaa odeeffannoo guddisan irratti hojjechaa jira.
Qorannoo Ramaddii Barreeffamaa: Qorannoowwan itti fufanii jiran ramaddiiwwan barumsa maashinii adda addaa walbira qabuun malawwan barreeffama Afaan Oromoo ramaduu bu’a qabeessa ta’an murteessuu irratti kan xiyyeeffatan yoo ta’u yaadannoo, sirri waan ta'e fi raawwii waliigalaa fooyyessuu irratti xiyyeeffata.
Dhiibbaa Hawaasa irratti qabu
Beekumsaan Angoomsuu: Waldaan Saayinsii Oromoo qaqqabummaa odeeffannoo fi teeknooloojii guddisuudhaan namoota Afaan Oromoo dubbatan qabeenya beekumsaa bal’aa ta’een akka bobba’an aangessa.
Kunuunsa Aadaa: Waldaan kun bara dijitaalaa keessatti Afaan Oromoo kunuunsuu fi guddisuu keessatti, barbaachisaa fi dhaqqabamaa akka ta’u kan mirkaneessu dhimma aadaa yaada keessa galchuu keessatti gahee murteessaa qaba.
Qabeenya Barnootaa: Kaka’umsi waldichi fudhatu meeshaalee barnootaa, beekumsa barnootaa fi qorannoo Afaan Oromoo deeggaran qopheessuuf gumaacha.
Waldaan Saayinsii Oromoo damee teeknooloojii afaanii tarkaanfachiisuu fi Afaan Oromoo lafa dijitaalli ittiin fayyadamu keessatti akka dagaagu taasisuuf kan of kenneedha
Join this society and be a member of the OSST.Hawaasa kanaan wal baraa miseensa OSST ta'a.
About OSST
Oromo Society of Science and Technology (OSST) is a non-political, non-governmental and non-profit professionals’ association that has been established with a primary aim of promoting, enhancing and disseminating science and technology advancements and contributing to the scientific and technological needs of the Oromo people. It facilitates sharing of science and technology information and ideas pertaining to the professional interest of its members, the Oromo people and the scientific society at large.
Waa'ee OSST
Waldaan Saayinsii fi Teeknooloojii Oromoo (OSST) waldaa ogeessota siyaasa hin taane, miti mootummaa fi bu'aa hin arganne kan hundeeffame yoo ta'u, kaayyoo jalqabaa guddina saayinsii fi teeknooloojii guddisuu,jabeessu,babal'isuu fi saayinsii fi teeknooloojii keessatti gumaacha fedhii ummata Oromoo
gochuudha. Odeeffannoo saayinsii fi teeknooloojii fi yaada fedhii ogummaa miseensota isaa, ummata Oromoo fi hawaasa saayinsii waliigalaa ilaallatun waliif qooduuf haala ni mijeessa.
oromosocietyofscienceandtechnology.org
https://oromosocietyofscienceandtechnology.org/...
The giants
Ummata Harallaa
Dur yoo maatiin akkana Jedhan dhagahaa guddanne. Dur durii gaaf durattii ummata Harallaa jedhamuutu jira, isaan kunis dhedheeroodhaa Aanaa Kurfaa ganda Gabiiba jedhamu dhaabbataniiti Aanaa Baddannootti tarkaanfatan jedhan. Kunis dheerina jara kanaa ibsuufi.
Ummanni Kun gurguddinaa fii dheerina isaanii irraa kan ka'e Bakka Amma Aanaa Kurfaa Callee Kessatti argamtu, Gabiiba iddoo jedhamtu guyyaa yoo achi oolan galgalli yeroo gahe, Lama Tarkaanfatanii Aanaa Baddannootti galu jedhu.
Uummatni dheerinaa fii Ayyaana qabeessi kun gaafa ayyaantomni akka baduuf addunyaan gara dachee keenyaatti duulte san gama Kuush irraan osuma achi lolaniiti,
Nama ajjeessuu fii sanyii namaa balleessuu sababii hin barbaadneef jecha iddoo namni hin beeknetti godaananii dhuman jedhu.
Gariin Isaanii irkata hallayyaa Goda Keessa Seenanii Ofitti Cufuun achuma keessatti akka hafan tahan jedhama.
Kanaafuu biyya teenya keessattuu Harargee Keessatti Qurannoon Akkanaa silaa gaggeeffamee argannoon akkanaa ni mullata.
Lallaba heera gadaatiin ayyaanni gulantaa maccaa galuu Oromoo hunduu quba qaba jedheen abdadh’a. Amman jennee, amantiin alaa dhufaan itti roorrisee ayyaanni ulfaatan addunyaa nageessuu danda'u gulantaa gad dhiisee bahullee siidaa uumaa ofii osoon lakkisin, Irreessa fi gabbisa heerri kenneef dhabullee, Tulluu koree qara ofiitin biyya eegaa akka jiru ni beekama. Gadaan iccittii danuu qaba.
Ammoo ani kanin shakku, Gaaf Ayyaanni Macca galu san fii Goodaa Torban addunyaa san keessa akka jiran tilmaamuun nan dhibne.
Gariin manguddoo akka jedhanitti Gaara mul’ataa jala ciisuutti jiran guyyaan isaan bahan ni jira jedhu. Isaan sun Nadhii Gammadaa wajjin wal quba qabaachaa akka turaniifi, Asaaphala tokko kennaniifii akka bobbaasan illee iccitiin ni dubbatamti.
Jaarraa 16ffaa keessa gaafa waraanni kallattii adda addaan Biyya keenyatti duulu dhumarratti ka Qeerroo faana jara biyyarraa dachaase isaan ta’uunis ni guungumama.
Ani gaaf tokko Manguddoo kara Maccaa kana sirriittin haasofsiise.
Akka manguddoon kun jedhutti,
Dheerinni isaanii ol fagoo ta’uu... Jarri sun Koosoo fayyadamuu isaaniitiifi, nama koosoo naquuf ammoo kiisa Jaakkeettaa isaanii keessa kaayatanii akka deemaniidha. Ammas Koosoo yoo dhuganillee baarmeelaan waan fayyadamaniif, Hogguu isaan sagaraaf taa’an akka bishaaniitti yaa’a guddaan akka yaa’ufaa naaf himani.
Inni kan biraan...
Yommuu ilmaan Oromoo halkan deeman, Yoo akka tasaa yaa’ii Budaa harka seenee namni keenya qabame kan jara harkaa nama baasu nama dheeraa ka naannoo Biyya Oromoo kana halkan halkan abuuree naanna’ee Tulluu qaxxamuree eegu namni dheeraan akka jiru,
Silaa isa hin sodaatan ta’ee budaanuu akka nu fixuu dandeessu... Dhimma lola SPIRITUAL kan kallattii adda addaan nu irratti taasifamu kanarratti yaadni eeru ni jira.
Jarri kun Gaara Walal waliinis maqaan isaanii ni kaafama.
Harallaa haa jedhaman malee, Jarri dhedheeroon kuni Oromoo akka ta’anii fii Ayyaana ciccimoon kan beekamaniidha.
Ijaarsa Kuushotaa Aksum faa, Piraamiidii faa saniin wal qabatee eenyu akka salphaatti akka ihaare ragaa qabatamaan qabnus, Gaafa Kuush Aksum kana ijaarufaa jarri dhaabbataniima hojjetan malee hin yaavne jedhama.
Harallaan gaafa Piraamiidii san faa dhagaa toonii dhibba meeqa ta’u ka har’a eenyuyyuu ol fuudhuu hin dandeenye kana akka nuti har’a bilbila harkaa baannuutti baatanii fageenyarraa geessanii ijaaran jedhama.
Ijaarsa kanas booda yommuu dhufan akka bakka irraa dhufan hin irraanfanneef jedhanii mallattoodhaaf asirra kaa’anii, Oromoota/Kuushota/Gurraachota Addunyaa kanaaf waa gumaachan faana goodaa guddaa kan samii fii pilaaneetii biroodhaan walitti bahu tokko keessa sokkan kan jedhus immoo ni guungumama.
Mee isin maal jettu?
https://www.facebook.com/share/1BjXDRrQRY/

