Waa'ee-Keenya
Muldhata kee galmaan ga'uuf waantootni si barbaachisan akka albuudaatti keessa tokko progress'dha kanaaf qabaaf gaafan qabne madaallin sabaa gaafa durakee dhufu deebiin deebistu kan aggaamamu miti.
Baga gara fuulbarruu keenya dhuftan,yoya!
- Waldaan saayinsi oromo(OSA) marsariitii hawaasa saayinsi jaallatu uumuuf,tokkummaa fi hayyoota saayinsii saba oromo idil-addunyaa fi akka amanamutti dhabbanni kun beekumsa dugda lafee keenya jala ykn DNA keenya keessa dhokate jiru argachuu irratti nu gargaaruu danda'a.
- Nuti qaccedhumaanu qareeyyidha akka sabaatti.darbees yoo ati beekaa ta'uu kee amanne beekumsa sammuu kee qotuu fi dandeettiin yaaduu sammuu keetis guddaa ta'uunsa gara dandeettii sammuutti olaanaatti darbuuf riqicha ta'a.
- Namoonni muraasi tokko lafti keenya dhorkaadha(forbidden) jedhu lafti keenyas iccitii natti hin fakkaatu,akkuma jedhan dhoksaan sanas miti adeemsa waantota jijjiiru danda'an keessa jiru malee. namoota nagaa fakkaataniis warreen biyyoota dhihaa akka turistii fi saayintistii ta'anii lafa keenyatti dhufaa jiru haala deemaa jiru beekuuf moo gaariif hamaa hamasa qorachuuf sitti fakkaata?beekumsi kee humnoota adii irraa dhoksuu jechuunis sammuu kee beekumsa fakkeessaa sammuu isaanii irraa madden dhaloota summeessurra walaba gochuu jechuudha.
- Erga kana dubbiftee booda marsariitii kana hordofu hin dagatiin akkasumas abbaa qabeenyaa pirojektii bal'aa saba keenyaf barreessa Aga Garbi fi pirojektii kana dagaagsuuf baldhisu irratti akka gargaartu fi kana caalaa akka hojjetu jabina taatu abdi guutuni.
- Barreessaa:Agaa Gerbii Wakjiraa
Barreessa:Aaga Garbii
Aaga Garbii'n eenyudha?barreessaf hundessan dhaabbata VEBRA ol adeemanaf dargaggeessi kun yeroo dhihoo as hojiiwwan kanarratti haa dammaqu malee muldhatnisa kaleessuma kan keessa buledha.magaala Amboo kan guddatef barate,carraa yuniversiitille galuuf kan argate wallagga yunivarsiitii damee shaambu baracha jirudha.muldhatni jiraannaan tabbi hin kufne hin jiru,waanti jijjiramun isaa ulfaatu jijjiiruf agarsiisu irree argachuudha fi bu'uura kan qabuf gogaan taane dhaabuuf hojii itti fufiinsa qabu irraatti kan xiyyeeffatuuf hojjetudha.

